Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Posts tagged with » VOA (Page 20)

VOA: Aadaa fi Seenaa abboonni nutti dabarsan kunuunsuun itti gaafatama keenya!

VOA: Aadaa fi Seenaa abboonni nutti dabarsan kunuunsuun itti gaafatama keenya!

Tuujubee Horaa | VOA WASHINGTON, DC – Barreeffama kanaa kitaabota kanneen biraattii adda kan godhu kan inni barreeffame nama tokkoon utuu hin taane barattoota koree gumii kanaa keessa jiraniin ta’uu…

VOA: #OromoProtests – Hawaasa Oromoo Roobii Dabre Irraa Eegalanii Nyaataa fi Dhugaatii Lagachuun Mormii Dhageessisaa Jiran

Namoo Daandii | VOA WASHINGTON, DC – Maaster Plaanii kan magaalee addaa Oromiyaa Finfinnee jala galcha – jedhame mormuuf kanneen hiriira nagaa ba’an barattoota Oromoo irratti tarkaanfii humnoota mootummaan fudhatame…

VOA: ‘Maqaa Shororkeessummaan Doorsisamuun Qabsoo Karaa Nagaa irraa Nu Hin Deebisu’

VOA: ‘Maqaa Shororkeessummaan Doorsisamuun Qabsoo Karaa Nagaa irraa Nu Hin Deebisu’

Namoo Daandii | VOA WASHINGTON, DC — Mootummaan Ihaadeg rakkoo dimookiraasii biyyattii keessaa karaa nagaa furuun karaa itti danda’amu marii biyyoolessaaf balbala banuu irra mormitootatti maqaa shororkeessummaa moggaasee hidhuu, doorsisuu…

VOA: MN Keessummaa Hedduutti Itti Yaahuutti jiraa, Dorgommiin OSFNA, Baranaa Hagayya 2-9, 2014 Irra Oolti

VOA: MN Keessummaa Hedduutti Itti Yaahuutti jiraa, Dorgommiin OSFNA, Baranaa Hagayya 2-9, 2014 Irra Oolti

Soraa Halakee | VOA WASHINGTON,DC — OSFNA, Oromo Sports Federation in North America, dorgommii ispoortii Oromootii Amerikaa gama kaabaa baruma baraan qopheeffatan. Eegii jalqabanii ganna kurnya lamaatti deemuutti jirtii dorgommiin…

VOA: Waldaan Maccaa fi Tuulamaa Hundeeffama Isaa Waggaa 50ffaa Ayyaaneffacchuuf Jedha

VOA: Waldaan Maccaa fi Tuulamaa Hundeeffama Isaa Waggaa 50ffaa Ayyaaneffacchuuf Jedha

Namoo Daandii | VOA WASHINGTON, DC – Waldaan Wal-gargaarsa Oromoo angafichi, Waldaan Muccaa Tuulamaa kan itti hundeeffame – waggaan shantamaffaan, Hagayya 1, bara 2014 as Yunaayitid Isteets, Waashington DC keessatti…

VOA: Gareeleen ABO Tokkooman!

VOA: Gareeleen ABO Tokkooman!

Namoo Daandii | VOA (Afaan Oromoo) WASHINGTON, DC — Adda Bilisummaa Oromoo keessatti kanneen jalqaba bara 2000tti– jechuun bara 2001 adda ba’anii turan “ABO-n Shanee Gumii” jedhamuun waamamuu fi kan…

VOA: Oromootii Keeniyaa Dhufan Amerikaa Washington DC-tti Aadaa Agrsiisaa Seenaa Barsiisuutti Jiran

VOA: Oromootii Keeniyaa Dhufan Amerikaa Washington DC-tti Aadaa Agrsiisaa Seenaa Barsiisuutti Jiran

Soraa Halakee | VOA WASHINGTON, DC – Natinal Mall, dirreen balloon teessoo mootummaa Amerikaa Washington DC jirtu yoo amma bahanii laalan dotii oowwituu fi qilleensoftu qofaa miti lafa waan hedduu…

VOA: Dararamuu Baqatoota Afrikaa Kan Yaman Keessaa Mootummaan Beeka

VOA: Dararamuu Baqatoota Afrikaa Kan Yaman Keessaa Mootummaan Beeka

Jaallannee Gammadaa | VOA | Wax. 09, 2014 WASHINGTON, DC – Baqatoonni Afrikaa kanneen Yaman keessaa irratti dararaan gaggeeffamu tooftaa dhokotaan harkii mootummaa keessa jira jechuun gareen mirga dhala namaaf…