Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » Authors » SEENAA Y.G (2005)

SEENAA Y.G(2005):- Humni, Xumura Gabrummaa Hin Mirkaneessinee, Bilisummaa Hin Goonfatu!

SEENAA Y.G(2005):- Humni, Xumura Gabrummaa Hin Mirkaneessinee, Bilisummaa Hin Goonfatu!

SEENAA Y.G(2005)* Kutaa 1ffaa Waaqayyoon gaditti Galanni Gootoota keenyaaf haa ta’uuti, Gabrummaatti xumura gochuuf, malaa fi yaada wal gaafachuu irra geenyee jirra. Har’a akka kaleessaa Abbootiin keenya goota turan jennee…

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 3ffaa

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 3ffaa

SEENAA Y.G (2005)* Barruu kiyya har’aatti odoo hin ceenee, Qarree fi Qeerroon Oromoo, akkasumas, Ummati Oromoo Biyya keessaa, Mirga Abbaa Biyyummaa isaanii kabachisuuf, falmaa Gootummaa gaggeessaa jiranii fi wareegama kafalaa…

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 2ffaa

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 2ffaa

SEENAA Y.G (2005)* Barruu kiyya kutaa 1ffaa keessatti yaadoota wal hubannoof gargaaran kaa’uu yaaleera. Mata dureen filadheetti odoo hin ceenee, Yaadoota ka’umsaa fi kaayyoo mata duree kanaa dursuun kiyya, wal…

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 1ffaa

SEENAA Y.G(2005):- "Hogganoota Qabsoo Oromoo …" | Kutaa 1ffaa

SEENAA Y.G (2005)* Qabxii kana barreeffamaan wal amansiisuuf yaaluun, amma ciqilee ofii dhungachuu Ulfaachuu ni mala. Mata duree kana irratti yeroo fudhatanii, mari’achuu, wal amansiisuu fi wal dhaggeeffachuun barbaachisa. Kanaaf yaadoota…

SEENAA Y.G(2005):- SAAMICHI MAQAA "ABO," OROMUMMAA FI BILCHINA QALBII DHABUU IRRAA MADDA?

SEENAA Y.G(2005):- SAAMICHI MAQAA "ABO," OROMUMMAA FI BILCHINA QALBII DHABUU IRRAA MADDA?

– Kutaa 1ffaa: SAAMICHI MAQAA “ABO,” OROMUMMAA FI BILCHINA QALBII DHABUU IRRAA MADDA? – Kutaa 2/3ffaa: SAAMICHI MAQAA “ABO,” OROMUMMAA FI BILCHINA QALBII DHABUU IRRAA MADDA? – ITTI BAHI “ABO”…

SEENAA Y.G(2005):- "UTUBAA FI DAGALEE"

SEENAA Y.G(2005):- "UTUBAA FI DAGALEE"

SEENAA Y.G (2005)* Mana ijaaramu tokkof UTUBAA FI DAGALEETU hundeedha. Utubaan qophaa isaa dhaabbatee Mana ta’uu hin danda’u. Dagaleenis akkasuma. Lameen isaanii adda baasanii mana ijaaruun habjuudha. Ijaarsi Manneen durii, Utubaa fi Dagalee…

SEENAA Y.G(2005):- "BAQATTUMMAA" – BURQAA JEEQUMSAA, WALLAALUMMAA, OFITTUMMAA, LOOGDUMMAA …!

SEENAA Y.G(2005):- "BAQATTUMMAA" – BURQAA JEEQUMSAA, WALLAALUMMAA, OFITTUMMAA, LOOGDUMMAA …!

SEENAA Y.G(2005)* Baqattummaan booqaa hin qabu. Kan gabrummaa jibbee, Biyya abbaa isaa gadhiisee Biyya lammaffaa kamuu keessatti, hayyama jireenyaa argatees ta’uu dhokotee ka jiraatu hundumtuu, Baqataadha. Biyyoonni tokko tokko ykn Biyyoonni…

SEENAA Y.G(2005):- "GOGAA LAAFAATTI MARUU" (K/ 3ffaa)

SEENAA Y.G(2005):- "GOGAA LAAFAATTI MARUU" (K/ 3ffaa)

SEENAA Y.G(2005)* Kutaa 3ffaa fi Xumuraa 5. NUUTI OSOO OF HIN BILISOMSIIN, BIYYA BILISOOMSUU DANDEENYAA? Waaqayyoo Saba tokko wayita uumu, Waan sabni sun Addunyaa irratti ittiin beekamu waliin uuma. Waan…

SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

SEENAA Y.G(2005) Kutaa 2ffaa Barru har’atti odoo hin ceenee, Barruu kiyya kutaa 1ffaa ilaalchisee Namni tokko yaada dhuunfaatti naa katabeen kan naaf qoode dubbiftootaaf dhiheessuun barbaada. Namni kun yaada dabalataa…

SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

SEENAA Y.G(2005): "GOGAA LAAFAATTI MARUU"

SEENAA Y.G (2005)* Kutaa 1ffaa Ummati Oromoo, Mirga Abbaa Biyyuummaa isaa kabachiisuuf, bakka maraa sagalee inni dhageesisaa jiru, hedduu kan nama Onnachiisuudha. Kana irra yoo hojjatame ammoo, waan barbaadu bira ga’uuf…

Page 1 of 3123