FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Waliigaltee KFO fi ABO | ኦፌኮና ኦነግ ስምምነት (via OMN)

Posted: Fulbaana/September 10, 2018 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Waliigaltee KFO fi ABO | ኦፌኮና ኦነግ ስምምነት (via OMN)

Waliigaltee KFO fi ABO

(OMN – Fulbaana 10, 2018) – Addi bilisummaa Oromoo fi kongreesiin federaalawaa Oromoo dhimmoota dantaa Oromoo fi Oromiyaa dursuurratti waliin hojjechuuf waliigalteerra gahan.

Waliigalteen Dhaabbilee lamaanii sagaleen uummataa akka hin hiramne karaa hundaan waliin hojjechuu, sirna federaalawaa dhugaa fiduu, mirga hiree ofii murteeffachuu dhugoomsuu fi nagaa waaraa mirkaneessuu akka haammatu ibsameera.

ኦፌኮና ኦነግ ስምምነት

ኦፌኮ እና ኦነግ በኦሮሞ እና ኦሮሚያ ጉዳዮች ላይ በጋራ ለመስራት ተስማሙ።

የስምምነታቸው መሠረት የህዝብ ጥያቄ ነው ያሉት የየድርጅቶቹ አመራሮች፤ እውነተኛ ፌዴራላዊ ስርዓት ለማረጋገጥ፡ የህግ የበላይነትን ለማስፈንና የራስን መብት በራስ መወሰን ጉዳዮች ላይ በጋራ ለመስራት መስማማታቸውን ገልጸዋል፡፡

አብረሃም ብሩ እንደዘገበው፡፡

Posted by Oromia Media Network on Monday, September 10, 2018

Credits/Tags: ,

Gadaa.com

FB Posts (Some are not cross-posted on Gadaa.com, the website)

Load more

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.