FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Posted: Onkoloolessa/October 20, 2017 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Ibsa Qeerroo Bilisummaa …

—–

Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qeerroon Bilisummaa Oromoo haala waliigalaa ummanni Oromoo keessa jiru ilaalchisuun: duula mootummaan Wayyaanee kittillayyoota EPRDF jalatti ijaaratte waggaa 25 nu ajjeesaa fi samaa bahe qabatee daangaa Oromiyaatti kallattii hundarra bane dhumaatii suukaneessaa lammii keenyarraan gahaa jiru, qabeenya saamamee fi barbaadaawe, duula baname kanaan buqqa’uu lammiilee keenya 150,000 caalanii ilaalcha keessa galchuun; hidhamtoonni Oromoo murtii haqaa waakkatamanii bara-baraan hidhaa keessatti galaafatamuu fi gidirfamuun itti fufuurraa, walumaagalatti haallan kanneenii fi biroos ummanni Oromoo bulchiinsa suukanneessaa TPLF/EPRDF jalatti mudataa jiru mormuu fi ummata keenyaa fi addunyaa beeksisuuf akkasumas gaaffii mirgaa dhiyeeffatuuf Onkoloolessa 11, 2017 (Onkoloolessa 1 bara 2010) hiriira nagaa waamuun keenya ni yaadatama.

Read More (via Qeerroo.org)


RELATED:
Media, Oromo activists say TPLF’s govt uses non-Oromo agents to burn Oromia
ABO’s youth league, Qeerroo Bilisummaa, behind the October 2017 rallies across Oromia
ABO’s youth league, Qeerroo Bilisummaa, says it’s the organizer of the October 2017 peaceful (nonviolent) rallies across Oromia. On its Facebook page, Qeerroo Bilisummaa Oromoo, the youth group shares video clips of the daily rallies; the video clips are compiled herein (watch below) for documentation purposes …

Compilation of the daily video clips shared over the last week (Oct. 11-17, 2017) on Qeerroo’s FB:-

Links:
Qeerroo Bilisummaa on Facebook
Qeerroo’s website

Credits/Tags:

Gadaa.com

FB Posts (Some are not cross-posted on Gadaa.com, the website)

Load more

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.