Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Qeerroo: FDG Wallagga, Magaalaa Dambi Dolloo Keessatti Itti Fufe

Posted: Waxabajjii/June 19, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

(Qeerroo.org) – Gabaasa Qeerroo Qellem Dambi Dolloo – Waxabajjii 18, 2014 – Kaleessa barattootni mana barumsaa sadarkaa olaanaa fi qophaayinaa Qellem gaffii mirgaa dhimma hidhamtoota oromoo mana hidhaa keessattio dararamaa jiraniin wal qabsiisanii hiriira bahaniin tikni wayyaanee dura dhaabbachuudhaan barattoota hedduu gara mana hidhaatti guuraa oolee, hidhamuu barattoota kan guyyaa kaleessaa waraana Wayyaaneetiin jilmaadhaan mana hidhaatti guuramaniin har’a Waxabajjii 18 uummannii fi barattootni mana barumsaa sadarkaa garagaraa magaalaa Dambi Dolloo keessatti argamu itti fufuudhaan gaaffii mirgaa gaafachuudhaan barattootnni hidhaman nuf haa bahan jedhanii ganama kana irraa kaasanii iyya isaanii dhageessisaa jiru jedhu, humni waraana wayyaanee diddaa kan dhaamsuuf magaalaa kanatti guuramaa jira, uummanni fi barataan magaalichaa keessaa hidhamtootni gaaffii abbaa biyyummaa gaafatanii hidhaman akka bahaniif diddaa isaanii ciminaan gaggeessaa akka jiran Qeerroon gabaasaa jira, odeessi isaa kan itti fufuun dhiyaatuudha.

Qeerroo.org

Gadaa.com

[custom-facebook-feed]

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com