Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Mass Grave of Oromos Executed by Govt Discovered in Eastern Oromia

Posted: Waxabajjii/June 10, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (7)

Gadaa.com

According to sources, a confrontation between residents and Ethiopian government officials broke out on June 9, 2014, over a mass grave discovered at the former Hameressa military garrison near Harar city, eastern Oromia. The mass grave is believed to contain remains of political prisoners executed during both the Dergue era and the early reigns of the current TPLF regime. Among those who were executed and buried in the location was Mustafa Harowe, a famous Oromo singer who was killed around early 1990’s for his revolutionary songs. Thousands more Oromo political prisoners were kept at this location in early 1990’s – with many of them never to be seen again.

The mass grave was discovered while the Ethiopian government was clearing the camp with bulldozers to make it available to Turkish investors. Upon the discovery of the remains, the government tried to quietly remove them from the site. However, workers secretly alerted residents in nearby villages; upon the spread of the news, many turned up en mass to block the removal of the remains and demanded construction a memorial statue on the site instead. The protests is still continuing with elders camping on the site while awaiting a response from government.

In addition to the remains, belongings of the dead individuals as well as ropes tied in hangman’s noose were discovered at the site.

———————

Lafeen ilmaan Oromoo bara 1980moota keessa mootummaa Darguutin, baroota 1990moota keessa ammoo Wayyaaneen dhoksaan kaampii waraanaa Hammarreessaa keessatti ajjeefamanii argame. Ilmaan Oromoo mooraa san keessatti hidhamanii booda ajjeefaman keessa wallisaan beekamaan Musxafaa Harawwee isa tokko. Musxafaa Harawwee wallee qabsoo inni baasaa tureef jecha qabamee yeroo dheeraaf erga hiraarfamee booda toora bara ~1991 keessa ajjeefame. Hiraar Musxafaarra geessifamaa ture keessa tokko aara wallee isaatirraa qaban garsiisuuf muka afaanitti dhiibuun a’oo isaa cabsuun ni yaadatama.

Baroota 1990moota keessas Oromoonni kumaatamaan tilmaamaman warra amma aangorra jiru kanaan achitti hidhamanii, hedduun isaanii achumaan dhabamuun yaadannoo yeroo dhihooti.

Haqxi dukkana halkaniitiin ajjeesanii lafa jalatti awwaalan kunoo har’a rabbi as baase. Dhugaan Oromoo tun kan amma as bahe, mootummaa kaampii waraanaa kana diiguun warra lafa isaa warra Turkiitiif kennuuf osoo qopheessuuf yaaluti. Lafee warra dhumee akkuma arganiin dhoksaan achirra gara biraatti dabarsuuf osoo yaalanii hojjattonni ummata naannotti iccitii san himan. Ummanniis dafee wal-dammaqsuun bakka sanitti argamuun ekeraan nama keenyaa akka achii hin kaafamneefi siidaan yaadannoo akka jaaramu gaafachaa jiran.

Hamma feetes turtu dhugaan Oromoo awwaalamtee hin haftu.

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

[custom-facebook-feed]

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

Comments ...

  1. Umarka jimmaa

    June 11, 2014 at 12:17 am

    Haqni afaan qabnaan funyaaniin dubbataa!

  2. wiliyaam hunde afranqalloo

    June 11, 2014 at 7:38 am

    Yoom kana qofa,,,hamban goota hedu kan nu hafu siida itti ijaaranna…kan nafxanyaa summii waan qabuf qoranne firraa baasu qabna… Yeroo saan garaan na fayyaa

  3. Meftahu Daga

    June 11, 2014 at 12:13 pm

    Yaa Rabbiiko Waan hundaayyu ni dandeessa Ati Nu bilisoomsi yaaa rabbi suma qabna Abdiin teenyas suma :'(

  4. Guurii Yaasi

    June 11, 2014 at 1:56 pm

    Jireenya Kana manna baneet diina keenya waraanuun Dirqaama mariif hin dhiiyanee waan ta’eef akkamit diina keenyaan waraana kan jedhuu irratii marii godhutu bu’aa Oromoof Biyya Oromiyaatiif qaba Natii Fakkaata osoo hin tanee dhimmaa baleesssan baleessuuti
    Darggaggoon Oromoo Martii karaa Media garagarratiin walii arguun qabsoo isaa furmaata isaa dhumma haa geegeesinu.Ajeechaan ergaa nuuf hin Olee ajeefnee haa duunu malee bilisaan du’uun du’aa bu’aa hin qabnee dha
    Galaatooma
    Guurii yaasii irra.

  5. Ulee Qaboo

    June 11, 2014 at 5:22 pm

    Lafeen jagnoota illimmaan Oromoo warri achi cophexeen Isaanii mana hidhaa wayanee keessatti nubiraa duubati habisani booda barbadamani hanga ammati dhaabaman kuniin kan akka Baqallaa Dawwaanoo Heebbannoo kan akka Yoseef Ayaallaa Baatiitiif worootaan biroo kan worranna wayanetiif diinummaa isaani qajjellumati itti himaa turan duubati nuirraa habisan hanga yeroo ammti dhabne.Lafeen baha Oromiati amma argamte kun Lafeen ilmmaa Oromoo keessatu worroota gahee barrnootaaf beekuumsa rakkoo saba Oromoo kan kiyoo diinaa jalatti jaarraadheeraaf mirgaaf biyya isaa sarbameef quuqaamaa aariif xiiqqii baradheerraaf abootiif hawwootii akkasumas ijjoollee Oromoo ajjeessaa bifa adda addaatiin jiruuf jireenya namummaa ala godhee sirni abbaa irree kun akka Oromiayyaa keessaa gutummati buqquuf gootota dubaati jara hindeebine waantateef gologeeistchi Keessatu Baqqaallaa Dawwanootiif Gaachetotiin Oromootaa bakka cuffaa dhoksaanii achitti nujalaat awaalaani amma garu gugaan baate.dhinni ijjoollee Oromoo kan bafanu yeroon amma!!!! Diinn lafa Oromoo lafee ilmmaan keena keessatti awwallee Lafawolliin Turkiitti nugurgurataa jira. Oromo atuu katee bakka jirtuu hundinu wolirratti hinlaalinaa wolibirmadhaa diinna kana hongeessa!!Oromiyyaan ta Oromooti!!!! Tokkummaan hummna !!ni bilismmna!!!!

  6. Axum

    June 12, 2014 at 3:30 am

    These is clearly a work of dergue. These article is written by Extremist oromo elite to undermine the free oromo people. so far TPLF has given freedom to speak your language and freedom to govern. However, the unappreciative oromo Extremists are trying to blame TPLF and misleading people. EPDRF only brought freedom and justice to oromo.

  7. Faris Jima

    June 16, 2014 at 7:36 pm

    This is The evidences to Human right Watch for genocide Oromo populations In Ethiopian Empire. So, Will take amenity International Call The Ethiopian Government to ICC; International Courts. For the Crime against Humanity. Today 80% Percent Ethiopian Prisons House are Oromo People Tortured & Killing Going on In Oromia.